Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Tiraamp DV dhorkuun lammiilee Itoophiyaaf dhiibbaa akkamii qaba?
Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii
Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?
Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?
Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?
Waligaltee Itoophiyaa fi Ertiraa utuu walii hin galamin waggaa 25 gaheef maaltu fala?
Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa daa'ima ji'a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaran
Ameerikaan sagantaa DV lootarii addaan kutte
Dhaabbanni TikTok Ameerikaatti gurguramuuf waliigaltee mallatteesse