Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dandeettii Afaan Ingiliziin Keeniyaan Afrikaarraa sadaffaadha, Itoophiyaanoo?

  2. Jala bultii Ayyaana Dhaloota Kiristoos Addabaabayii Masqalaatti adeemsifame

  3. Haleellaa hidhattoonni Shawaa Kaabaatti otobisiirratti bananin maaltu ta'e?

  4. Tiraamp maaliif Giriinlaand barbaada? NATO'dhaaf hiika akkamii qaba?

  5. Biyyootni Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos har'a kabajan kam fa'i?

  6. Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite

  7. Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan

  8. Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?

  9. Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse

  10. Dhalataan Itoophiyaa Sudaan Kibbaa fi Filisxeemotaaf qabsaa'e maal hima?

  11. Mootii muuziqaa jaazii Itoophiyaa kan jedhamu Mulaatuu Astaaxiqee eenyu?

  12. Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?

  13. Gumii Eeldallootti Poolisiin meeshaa waraanaan doorsisee Haadha ijoollee shanii gudeede hidhaan adabame

  14. Somaaliyaan walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN akka dursituuf filatamte

  15. 'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'

  16. Manni murti himatni obbo Taayyee Danda'aa tokko akka fooyya'u murteesse

  17. Xalayaan TPLF Gamtaa Afrikaatti erge maali?

  18. Bara 2026: Dhaha ykn kaalaandarii biyyoota addunyaa garaagaraa keessatti

  19. Adeemsi araaraa Andu'aalamii fi maatii Qananii akkamiin gufate?

  20. Taayyee Danda'aa dhimma kaateenaan walqabatee mana murtiitti osoo hin dhiyaatiin hafe