Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turaniifi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebiyan murteesse

  2. Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i?

  3. Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte?

  4. HRW TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuufi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu gaafate

  5. Paartiin Badhaadhinaa fi paartileen morkattootaa waa'ee bu'aa filannoo maal jedhan?

  6. Dhimma Epistiin, Iraani fi Teyilar Siwiift: Rakkoolee akka MM UK aangoo gadhiisu sababa ta'an

  7. Teessoo torba kan mo'ate 'Tibibbir LeItoophiyaa Andinnet' mana maree akka hin seenne ibse

  8. Biyyoota Afrikaa 10 bara 2025 humna waraanaan jajjaboo tahan, loltuufi baajata isaaniin yoo ilaalamu

  9. Filannoo Itoophiyaa: EZEMA'n teessoo Caffee Oromiyaa tokko yoo argatu, ABO'n homaa hin arganne

  10. Paartiin Badhaadhinaa teessoo paarlaamaa harka caalu mo'ate

  11. Tigraayitti dirqamaan waraanaaf guuramuu: Dargaggootni naannichaa baqachuu fi dhokachuuf dirqaman

  12. Israa'eliifi Ameerikaan dugdaa fi garaa walitti tahuuf jiruu?

  13. Holotaatti namichi dhaddacharratti haadha warraasaa duraaniifi daanyaa ajjeese hospitaalatti ofis ajjeese

  14. Injifannoo jalqabaa Kanaadaa hordofee waa'ee Alii Ahimed maaltu jedhame?

  15. Itoophiyaatti gurbaan lukkuusaa dhukkubsatte hospitaala geessee ijoo dubbii ta'e kennaa argate

  16. Tajaajila bishaan dhugaatii magaalaa Garba Gurraachaa eenyutu adda kute?

  17. 'Hidhi [Haaromsaa] Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira - Tiraamp

  18. Gareen qindaa'e Waayit Haawusitti Tiraamp fi aanga'oota olaanoo US haleeluuf karoorsuu FBIn ibse

  19. Tigraayitti hojiirraa, daandii fi mana jireenyaatii waraanaaf nama guuruun yaaddoo uume

  20. Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa caccabee hojjettoota Booying dabalatee namoonni saddet du'an