Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Bakka namoonni siyaasaa beekamoofi dureeyyin US dhoksaan itti walga'anitti waaqa tolfamaaf sagaduun jiraa?
'Guraandhala 5 dura yoo hin baane ni ajjeefamtu, ni saamamtu'- Akeekkachiisa Baqattoota Itoophiyaa Keeniyaa jiraniif
Humni waraanaa Amerikaa guddaan gara Iraanitti qajeele - Tiraamp
'Hunduu waa'ee lafaati': Zeleniskiin, US fi Raashiyaa waliin mari'anna jedhe
'Shiftaa sakattaana qe'ee keessan dhiisaa bahaa nuun jennaan waan qabnu mara dhiifnee baane' - Jiraattota Matakkal
Dogoggora, arrabsoo, dhaadannoo fi doorsisa- Taajjabbii haasaa Tiraamp Daavoositti taasise
Itoophiyaan 'loogiifi doorsisa' Tiraamp dura akkamiin dhaabbachuu qabdi?
Tiraampiin aangorraa buqqisuuf duulli eegalame maali?
Abbaan alangaa himatawwan Obbo Taayyee Danda'aa irratti banaman sadan irratti maal jedhe?
Dogongora Tiraamp shanan Abbayyaafi Hidha Abbayyaarratti
Tiraamp Hidha Abbayyaa Masiriin 'bishaan gahaa akka hin arganne godhe' jechuun ibse "furuun qaba" jedhe
Gujiitti haleellaan mana nyaataa tokkotti raawwate lubbuu namootaa galaafate
Zahaa Hadiid: Arkiteektii jabduu Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu duuba jirtu
Ajajaan duraanii 'Armii 15' Birgaader Jeneraal Gu'ush Gabree maaliif to'annoo jala oolfaman?
Kabaja Ayyaana Cuuphaa suuraan
Itoophiyaan maallaqashee biyya keessatti maxxansuuf maaltu ishee barbaachisa?
Puntilaand 'lammiilee Itoophiyaa' 23 ISIS'f lolaa turan to'adhe jette