Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Xalayaa Tiraamp irratti Masriifi Sudaan maal jedhan? Itoophiyaan maal gochuu qabdi?

  2. Yunivarsitiin Itoophiyaa sadarkaa akka addunyaatti bahe keessa eessa jira?

  3. Namni hoggantootni Afrikaa aangoorra hin ka'an jedhanii qeeqaa turan akkamiin ofiif angorratti hafan?

  4. IMF qorannoo liqaa Itoophiyaa xumuruun doolaara mil.261 raggaasise

  5. Muddama Hidha Haaaromsaa Abbayaa irratti jiru furuun ajandaa koo isa angafaati -Tiraamp

  6. Haadholii lama daa'imman jaha, hospitaala tokko guyyaa tokkotti- taatee Arsii Muunessaatti uumame

  7. Hojjettoonni Itiyoo-Telekoomii fi kaampaanii Chaayinaa hidhattoota WBO'n butaman gadhiifaman

  8. Artist Natsaannat Warqinaa du'aan addunyaarraa boqote, maaltu jedhame?

  9. Mootummaan Itoophiyaa waraana jalqabuuf sababa barbaadaa jira - Ertiraa

  10. 'Miira ciniinsuun seeminaara dhiyeessaa ooleen borumtaasaa dahe' - Dr Daagimaawwit Kiflee

  11. Gudunfaa:

  12. Ijoolleen hawaasa horsiise-bulaa Oromoo Keeniyaa keessaa bahan qormaata biyyaalessaan seenaa galmeessan

  13. Wal dhabdeen Somaaliyaa fi michuushee UAE gidduutti uumame maali?

  14. Sadarkaa paaspoortii biyyoota addunyaa bara 2026'n kan Itoophiyaa sadarkaa maalirra jira?

  15. Haala rakkisaa keessatti Yun. Dambi Doolloo hogganuun maqaa gaarii kan horatan Dr. Lataa Tesfaayee eenyu?

  16. Tiraamp Giriinlaandiin 'weeraruu' barbaaduun 'tasumaa fudhatama hin qabu' - Ministira Hajaa Alaa Deenmaark

  17. 'Tarkaanfii Tiraamp godaantota Minesootaa jiraatan irratti fudhataa jiruun sodaa guddaan uumameera' - Lammiilee Itoophiyaa

  18. 'Mootummaan abbaa irree suuta dadhabaa tasa du'a, carraan Iraan maali?

  19. Pirezidant Isaayyaas gaaffii Galaana Diimaa Itoophiyaan dhiyeessaa jirtuufi muddama naannichaarratti maal jedhe?