Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Negelleetti loltuun duraanii haadhasaa haala sukaneessaan 'ajjeesuun' qoratamaa jira
Israa'el irraa beekamtii biyyummaa kan argatte Somaalilaand akkamiin Somaaliyaarraa adda baate?
Itoophiyaan namoota TikTok fi YouTube irraa waggaatti birrii miiliyoona lamaa ol argatan gibira kaffalchiisuuf
Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?
Harargeetti dubartii soddaasheerratti 'falfala' hojjetterratti murteen darbe
Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?
Kutaa Firaa: Aadaa gosti nama gochaa aadmalee hojjete harcummeen reebu
WBO ji'a darbe maaliif abbootii alangaa Oromiyaa akka bute ibse
Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?
'Dammekoo daabee tooraa' jechuun kan beekame Abbabaa Abbashuu akkamitti sirba lagate?
Infuleensaroonni lamaanuu milkaa'aa jiru, isaan keessaa garuu ishee tokkotu nama
Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Somaaliilaandiif kennamu kamiyyu hin fudhadhu jedhe
Viidiyoon gabaabaan daa'ima waggaa jahaa akkamiin jireenya maatii jijjiire?
Dargaggoo moosaajii qubee Afaan Oromoo 'Qubee Kids' tibbana akkaan leellifamaa jiru duuba jiru
Israa'el ifatti Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa kennite
Haleellaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa bakka albuudaa sadiirratti raawwatameen lubbuun namootaa darbe
Maallaqni BRICS doolaraan dorgomuuf karoorfame maalirra gahe?
Duulli Ameerikaan garee ISIS irratti eegalte maali?
Waliigaltee Ameerikaan Itoophiyaa dabalatee kaan waliin mallatteessisaa jirtu maaliif falmii kaase?