Tamsaasa kallattii eegalleerra
Hordoftoota keenya! Akkam bultan?
Tamsaasa kallattii kanaan balaa abiddaa Los Anjalas irratti xiyyeeffanna. Taateewwan ijoo addunyaarratti mudatan kaanis karaa kanaan ni dhiheessina.
Odeessaalee tamsaasa kallattiin dabarsaa turre kaan asii argattu
Nu faana turaa!