Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  2. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?

  3. Konkolaataan elektirikii Itoophiyaan ijarra buufatte carraafi rakkoo akkamii qaba?

  4. Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fida- IMF

  5. Qumaarri ugguraa haaraan, US, Iraan irratti eegalte ni hojjataa?

  6. Namni mana hundeessaa Open AI, Saam Altiman haleele yaalii ajjeechaan lamaan himatame

  7. Tiraamp suuraa Iyyeesus isaan fakkeessu dhoobaniifi falmii kaase maali?

  8. Abbaas Araagchii: Namni dippilomaasii Iraan harkaa qaban kun eenyudha?

  9. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  10. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  11. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  12. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  13. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?

  14. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  15. Ulaawwaan galaanaa akkuma Hormuuz addunyaaf murteessoo ta'an 5 kanneen beektuu?

  16. Iraan akkamiin waraana isheerratti banameef deebii kennuuf Ulaa Hormuuz gargaaramte?

  17. Dhimmoota shan marii US fi Iraan irratti qormaata ta'uu danda'an

  18. Atakaroon Ulaa Hormuuz dooniiwwaan 800'tti dhiyaatan danqe maalirra gahe?