Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Icciitiin atileetiin Itoophiyaa fi Keeniyaa maraatoonii sa'aatii lamaa gadiin akka galan dandeessise maalidha?

  2. Tomaas Aleen: Namni sagantaa irbaataa gazexeessitoota Waayit Haawus irratti dhukaasa bane eenyu?

  3. Iraan keessatti eenyutu ajaja kennaa jira?

  4. Ijoo

  5. Dhukaasa Waashingitan booda sodaa fi jeequmsa ture suuraan

  6. Waayee dhukaasa Tiraampiin sagantaa irbaataarraa baqachiisee maal beekna?

  7. Netaaniyaahuun waraanni isaa Hezbollaah irratti 'tarkaanfii cimaa' akka fudhatu ajaje

  8. Kuufamni yuraaniyeemii gabbatee Iraan qabdu meeshaa waraanaa nukilaraa omishuu dandeesisaa?

  9. Tigist Maaraatoonii Landanitti riikardii cabsuuf akka yaadde BBC'tti dubbatte

  10. Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

  11. US qoqqobbii Ertiraarra kaastee hariiroo cimsachuu yaaddi, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti dhiibbaa qabaa?

  12. Asseet Darajjee, Mis World Africa 2025, shaampiyoonaa dargaggootaafi Ambaasaaddara UNFPA ta'uun filatamte

  13. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  14. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  15. Ijoo

  16. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  17. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  18. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  19. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe