Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoorikaa: Sirbi Teedii Afrooo haaraa baasee maaliif falmii kaase?

  2. Hiree fi yaaddoo: Waliigalteen dhukaasa dhaabuu lamaan akkamiin marii US fi Iraan fayyadu?

  3. "Nareebanii dhiiga funyaaniifi afaaniin nabaasanii, viidiyoo nawaraaban" - jiraataa Amboo

  4. Itoophiyaan 'qabeenya waraabessaa' qabdutti maalif hin fayyadamin?

  5. Waraana US-Iraan kanaan itti aanee maaltu ta'u mala? Taateewwan ijoo afur uumamuu malan

  6. MM Abiy humni annisaa maddisiisuu Itoophiyaa MW10,000 qaqqabuu himan

  7. Seera baastonni US tarkaanfii Tiraamp Iraan haleeluu dhorku kuffiisan

  8. Gaazexeessaa Sudaan waggaa sadiif addunyaarraa fo'amee ture bilbillisaa banamnaan ergaan gaddaa lola'eef

  9. Paartileen dubartoota 20% hin qabne akka beekamtii hin arganne kan goote Biyyaa Ashabbir eenyu?

  10. Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu' - MM Abiy

  11. Seenetiin Ameerikaa waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru

  12. 'Namni kaansarii dhukkubsate biyya isaa keessatti, firoota isaa gidduutti yaalamuu qaba' - Leellisee Dhugaa

  13. 'Dhibdee Baha Gidduugalaan namootni miliyoona 30 ta'an hiyyummaatti seenuu malu'

  14. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa

  15. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  16. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?