Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa
Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Poolisiin Booranatti turisitii 'birrii naakenni' jedhee kadhate hidhaan adabame
Allaamaaxaa fi Kooramitti maaltu ta'e?
Raayyaa Ittisaa fi humnoota Tigiraay gidduu walitti bu'insi jiraachuu maddeen dippilomaasii himan
Ameerikaan Iraan yoo haleelte wantoota mudatuu danda'an torba
'Hospitaala nun geessiinaa'- Hiriirtota Iraan sodaa hidhaaf dhoksaan wal'aanaman
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balalii gara Tigraayitti taasisu haqe
Haleellaa Ameerikaa kamiifuu deebii kennuuf qophiidha-Iraan
Baqataa Oromoo poolisii baqataa ture, har'a Awustiraaliyaatti poolisii filatamaa ta'e
Ameerikaan Iraan haleeluuf qophaa'aa jirtii?
Kutaa ciisichaa hanga addunyaa naanna'uutti - Qabxiilee shan waa'ee 'Speed' beekuu qabdan
Namichi namoota seeraan ala daddabarsu Itoophiyaan dabarsitee kennite Neezerladitti adabame
Dhagala'aan waliin isaa hin beekamne Ilhaan irratti biifame, Tiraamp itti qoosan
Haala Miniisootaa keessa jiru mootummaan 'ni qabbaneessa' -Tiraamp
Muddamni Iraan maaliif biyyoota Arabaa akkaan yaaddesse?
Itoophiyaa fi biyyoota addunyaa arjoomaan dursan shan
Humni Qilleensaa Itoophiyaa addunyaarraa sadarkaa kamirra jira, xiyyaarota akkamiifaa qaba?
Liibiyaatti namoota 28 godaantota uggursiisuun Birrii Biiliyona 2.1 walitti qabatanirratti himanni baname
Jenaraalli waraanaa fi michuu dhiyoon pireezidaanti Chaayinaa akkamiin iccitii nukilaraa US'f kennuun shakkame?
Finfinneetti dargaggeessa qunxurroo guutumatti ofirraa mure baqaqsanii yaaluun deebi'ee hodhameef