Maatiin kun Sooriyaarra gara Libaanusitti bara 2011, yeroo wal waraansi
biyyattii keessatti eegalu baqatan. Sana dura Filisxeem dhaqaniis hin beekan
ture.
Nama Imbaasii israa'el kan Beejiingi keessaa hojjatu tokko irratti haleellaan rawwatamu Ministeerri Dhimma Alaa Israa'el beeksiise.
Waraabbiin viidiyoo nama jeequufi kan BBC addatti hin mirkanneeffane, namtichi wayita daandiirratti albeedhaan waraanamu miidiyaa hawaasaa agariiseera.