Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Abdallaa Shaafii dargaggoo baqaan booda jiruu injifachuuf tattaaffataa jiru
Maxxanfame
Abdallaa Shaafii jedhama. Galaana qaxxaamuruun daandii godaansaa balaafamaa keessa darbee waggoota 14'f jireenya baqaa jiraateera.
Erga biyyatti deebii'ee booda haalli jireenyaa akka eegee ta'ufii hin dandeenye. Kanaaf, amma Magaalaa Jimmaa keessatti ofiin hojjii ummachuun gaarii socho'uun fayyadamee nyaata salphaa (fastfood) qopheessuun fayyadamtootaaf dhiyyeessaa jira.