Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Baqattoonni Itoophiyaafi Ertiraa Awurooppaa galuuf maaliif Beelaaruus filatu?
Xaanaa Fooramiin bara kana gaggeeffamu maal irratti xiyyeeffata?
Yewubdaar Li'ul: Shamarree tiyaatiraan eenyummaa Oromoo beeksisuuf hojjechaa jirtu
