Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan baqataa UKtti miidhaa saalaan adabame gadhiifte

  2. UAEn Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduutti lafa qonnaa bitachaa jirti, maaliif?

  3. Itoophiyaan beekamtii walabummaa waggoota 30 dura Ertiraaf kennite haquu dandeessii?

  4. 'Ertiraa waliin yoo lolli ka'e waan ta'uuf deemu ifadha' - MM Abiy Ahimad

  5. Waraanni Wallaggatti gaggeeffame kan Tigiraayitti gaggeeffame caala- Abiy Ahimed

  6. Aayyoon hidhattoota Faannoon butamanii 'qalamuuf albeen nadura kaa'ame' jedhan akkamiin bahan?

  7. Badhadhinni hoggantoota "kuma saddetii olirratti" tarkaafii fudhate, naannoleen jijjiirama hoggansaa taasisan

  8. Huutiin dhalattuu Itoophiyaa sagaggalummaan himatee waggoota shaniif hidhe gadhiise

  9. Yoo bofti isin hidde lubbuu keessan oolfachuuf maal gochuu qabdu?

  10. Raashiyaan akkamiin egeree nukilaraa Afrikaaf abdii taate?

  11. Itoophiyaa waan sadiitu ishee barbaachisa: Nagaa, misoomaafi ulaa galaanaa - Fiild Maarshal Birahaanuu Juulaa

  12. Waggoota 20f Gaazaa kan bulche Hamaasiin hiikkachiisuun maaliif rakkisaa ta'e?

  13. Baqataan Itoophiyaa miidhaa saalaa raawwate dogoggoraan mana hidhaatii bahe poolisii UK'n adamfamaa jira

  14. Himata shororkeessati hanga Ameerikaa, bu'aa ba'ii jireenyaaf hojii aartii- Artist Jaafaar Yusuuf

  15. Itoophiyaan ibsa waloo Gamtaan Awurooppaa Masrii waliin bishaan Abbayyaa irratti kenne mormite

  16. Itoophiyaan gabaasa Baankii Addunyaa 'Itoophiyaatti hiyyummaan dabaluu danda'aa jedhuuf deebii kennite

  17. Pirojektiin Itoophiyaatti qonnaan bultootaafi boba'aa xiyyaaraa walitti hidhuuf deemu maali?