Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Hidhattoonni Abbootii Alangaa Oromiyaa afur butanii, tokko akkamiin ajjeesan?
Debretsihon dhuguma walga'ii TPLF dhiitee baheeraa?
Dargaggoon tokko tiraanisfoormarii elektiriikiirra bahee bu'uu didnaan ibsaan sa'aatiif adda cite
'Dhakaarra taa'uun nudhukkubse jedhanii ijoolleen mana barumsaa hafaa jiru'
Yugaandaan kana booda baqattoota Itoophiyaafi Ertiraa hin fudhu jette, sababni maali?
Ajajaan waraanaa US MM Abiy fi F/Maarshal Biraanuu waliin maal mariyatan?
Aadaan dhibaayyuu loon dhale dhadhaa dibanii aannan dirratti naqan maali?
Aarri volkaanoo Affaaritti dhohe akkamiin Hindiitti balalii xiyyaaraa jeeqe?
'Hawwiin ulaa galaanaa Itoophiyaa aggaammii walabummaakoorratti dhufedha' - Ertiraa
'Amma gulantaan murteessaa waraanicha dhaabuuf tarreefame waan hojiirra ooluu danda'udha'-Zeleniskii
Humni nageenya Keeniyaa daangaa Itoophiyaa seenuun akkamiin ajjeechaa raawwate?
Obbo Taayyee Danda'aa irratti himatawwan haaraa sadii banaman
Dhohiinsi volkaanoo Affaaritti kaleessa mudate hangam yaaddessaadha?
Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?
Israa'el qondaala olaanaa Hezboollaa Beeruut keessatti ajjeefte
Hidhattoonni 'Shanee' Benishaangulitti namoota 40 ol ajjeesuu jiraattonni himan
'Akkaataa hojiirra oolmaasaa malee hawaasa keenya tajaajiluu hin mormine' -Barattoota Yunivarsiitii
