Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waa'ee saalqunnamtii saala walfakkaataa seerri yakkaa Itoophiyaa maal jedha?

  2. Mootummaan Ameerikaa eegumsa seeraa baqattoota Itoophiyaaf kennaa ture adda kute

  3. Dorrobaakoo ooffatan, boqqolloo sassaabuuf saqalaa ijaarre dhiisnee baqanne - Jiraattuu Kiiramuu

  4. Ertiraan IGAD keessaa bahuu ibsite, IGAD murtichaan 'gaddeera' jedhe

  5. Abbaa alangaa qaroo-dhabeessi hidhattootaan butamee ture gadhiifame

  6. Pireezidantiin Ertiraa gara Saa'udii yeroo imalan suuraan agarsiisu 'footooshoop' taheeraa?

  7. Dhalattoonni Itoophiyaa sagal US'tti yakka 'balaafamaa' raawwatan jedhamuun adda baafaman

  8. Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta'an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?

  9. Tiktookaroota 'safuu cabsan' himata akkamiitu eeggata? Adabbiinoo?

  10. Pirezidant Isaayaas Sa'udiin dhimma Laga Abbayaarratti ga'ee akka qabaattu gaafatan

  11. Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan seeneef abbaaf deebisan maal jedhu?

  12. 'Hacuuccaa waggoota shanii' falmitoota mirga namoomaa Itoophiyaarra gahe qorannoon ifa baase

  13. Wanti Pir. Isaayaas ji'a lama keessatti biyyoota sadiitti isaan imalchiise maali?

  14. Tiraamp biyya ''bututtuu'' hooggantoota ''dadhaboo'' jechuun Awurooppaa qeeqe

  15. Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu dhugaan jiru maali?

  16. Masiriin baqattoota Ertiraa hedduu hiite, kaan ariite

  17. Filannoo 7ffaa: Guyyoota ijoo, yaaddoo paartilee, dhimma TPLF fi deebii Boordii

  18. Poolisiin federaalaa tiktookaroota Itoophiyaa 'safuu cabsan' to'ate

  19. Tarsiimoon haaraa US waa'ee muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu jiruu maal jedha?

  20. Diinota Itoophiyaa akka injiraan mataa tokko tokkoon harcaafna - MM Abiy