Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Sababoota namoonni akka of ajjeesan taasisaniifi mallattoolee qalbeeffachuu qabnu

  3. Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo' ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime

  4. Dorgommii waraana roobootii biyyoota gidduutti gaggeeffamu yaaddessaa ta'e

  5. Afaan namni hundi dubbatu- kubbaan miillaa akkamiin addunyaa jijjiire?

  6. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  7. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  8. Ameerikaan loltoota 5,000 ol gara Poolaanditti erguufi - Tiraamp

  9. IJOO

  10. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  11. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase

  12. Gareen 'warreen fonqolcha mootummaan aangoo qabatan baasnee Maqalee galla' jedhu eenyu?

  13. Tiraamp gaaffii biyyoota Galoo-galaanaan haleellaa Iraan haaraa yeroof haquu hime

  14. Xiyyaara J-10C: Xiyyaara waraanaa Chaayinaa balaa guddaa qaqqabsiisu

  15. IJOO

  16. Waliigaltee Masirii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaa irratti walii mallatteessan maal qabata?

  17. Tiraamp yeroon 'gahaa jira' jechuun Iraaniin akeekkachiisan

  18. Ameerikaatti jeettiiwwan waraanaa agarsiisarra turan lama walitti bu'an

  19. Dirooniiwwan Hezboollaa humna ittisaa Israa'eliif qormaata ta'aa jiran