Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan

  2. Manni Maree Isteeta US injifannoo Adawaa yaadachuuf guyyaa ramade

  3. US maaliif Odola Kaarg qabeenya Iraan taaterra ijashee godhattee?

  4. 'Qe'een kiyya manca'us harka kennee Gadaa hin lakkifne'- Bu'aa ba'ii Abbaa Gadaa Goobana Hoola

  5. Sawud Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa afur 'fannistee' ajjeeste, 1600'f dhiifama goote

  6. Wixineen seeraa TPLF baase du'aan adabsiisu Tigraayitti yaaddoo uume maalidha?

  7. Haati warraa Artist Haacaaluu Hundeessaa waa'ee badhaasa 'Hachalu Award' baranaa maal jette?

  8. 'Duraanis araara labsaan ture, hamman lubbuun jiruttis araarattin amana'- Yaayyaa Bashir

  9. Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyeesse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?

  10. Bajanni mootummaa federaalaa Itoophiyaa bara 2019 birrii tiril. 2.3 akka ta'u dhiyaate

  11. Ijoo

  12. Israa'el fi Iraan wal-haleelunsaanii Iraan wal-tajjii mariirratti cimtee akka baatu taasisaa?

  13. Haleellaan tibbana Iraan taasifte tarsiimoo waraanaa haaraa ishee mul'isinnaa?

  14. Pireezidantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan

  15. Pirezidantiin Ertiraa ji'oota keessatti yeroo lammataaf gara Kaayiroo imale

  16. IJOO

  17. Dargaggoo damee muuziqaa Itoophiyaatti hedduu hin beekamneen beekamuuf dhama'aa jiru

  18. Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa

  19. Vilaadmiir Puutin gaaffii Zeleniskiin qaamaan wal arginee mari'anna jedheef deebii kenne

  20. Yeroo ammaa meeshaaleen nukilaraa Iraan eessa jiru?