Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan himannaa Sudaan dirooniin Itoophiyaarraa ka'e Kaartuum haleele jechuun dhiheessite kuffiiste

  2. Ameerikaan Ulaa Hormuuz irratti bidiruuwwaan waraanaa Iraan heddu dhabamsiise jette

  3. IJOO

  4. ''Haaloo ba'uuf qophaa'u...'' waanti amma lammilee Iraanitti yaaddoo ta'aa jiru maali?

  5. Gamoowwan Abbaan Jifaar jaarraa tokkoon dura Jimma taa'anii Makkaatti ijaarsisan amma maalirra jiru?

  6. Ameerikaan biyyoota Arabaaf meeshaa waraanaa akkami dhiyeessuuf jirti?

  7. ''Iraan yoo 'adaba hin godhattu' ta'e haleellaa itti deebifna''- Tiraamp

  8. Buufatni xiyyaaraa filatamaa jedhamu kan akkamiiti? Booleen sadarkaa kam irra jira?

  9. Baqataan Itoophiyaa Ameerikaatii ari'ame Kaameroon seene

  10. Waraanni Kaaba Itoophiyaatti yoo ka'e wantoota ijoo shan mudachuu malan

  11. Guduunfaa

  12. Shuulaa Koheen: Basaastuu Israa'el waggootaaf gola icciitii Libaanos onsaa turte

  13. Arsiitti ga'eessa haadha warraatiin qaamni saalaa guutuutti irraa murame deebi'ee hodhameef

  14. Itoophiyaan ajjeechaa lammiileerratti Afrikaa Kibbaatti raawwate balaaleeffatte

  15. Birriin dogongoraan herreega baankii nama biraa irratti galchitan siniif deebi'amoo hin deebiyu?

  16. Gabaasi HRW baqattoota Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataniif birmannaa gaafatu maal qabateera?

  17. Jeneraal Taaddeseen "aangoo hin dabarsu taanaan dogoggora ta'a" -TPLF

  18. Leenjisaan Tigist fi Yoomiif injifannoof gahan, Gammadoo Daddafoo eenyu?

  19. Kopheen 'baalarra salphatu' atileetonni riikardii addunyaa ittiin cabsan maali?

  20. Fanjiin galaanaa Iraan awwaalte maali, buqqisuun maaliif rakkisaa ta'a?