Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balalii gara Tigraayitti taasisu haqe
Haleellaa Ameerikaa kamiifuu deebii kennuuf qophiidha-Iraan
Baqataa Oromoo poolisii baqataa ture, har'a Awustiraaliyaatti poolisii filatamaa ta'e
Ameerikaan Iraan haleeluuf qophaa'aa jirtii?
Namichi namoota seeraan ala daddabarsu Itoophiyaan dabarsitee kennite Neezerladitti adabame
Muddamni Iraan maaliif biyyoota Arabaa akkaan yaaddesse?
Itoophiyaa fi biyyoota addunyaa arjoomaan dursan shan
Humni Qilleensaa Itoophiyaa addunyaarraa sadarkaa kamirra jira, xiyyaarota akkamiifaa qaba?
Liibiyaatti namoota 28 godaantota uggursiisuun Birrii Biiliyona 2.1 walitti qabatanirratti himanni baname
Finfinneetti dargaggeessa qunxurroo guutumatti ofirraa mure baqaqsanii yaaluun deebi'ee hodhameef
"Hiriyoonni koo walakkaan ajjeefamaniiru" - Shamarran waraanni hanga mana barumsaatti isaan hordofe
Dorgommiin olaantummaa biyyoota jajjaboo addunyaa sadan garam deemaa jira?
Itoophiyaanonni seeraan ala ari'amuuf jirra jechuun bulchiinsa Tiraamp irratti himata dhiyeessan
Iraan doonii waraanaa US itti qajeele ''quba qaataarra keessee'' eegaa jirti
Dantaa Itoophiyaa eegsisuuf akka nuti hin rafne diinonni keenya haa beekan -MM Abiy
Boordiin Nagaa Tiraamp hundeesse UN ofiifuu daddaaqaamaa jirutti qormaata ta'uu malaa?
Aanga'aan olaanaa Ameerikaa "nageenyaafi tasgabbii naannoo" irratti MM Abiy waliin mariyachuuf
Akka Tiraamp jedhu Afgaanistaanitti duulee kan lole US qofaadhaa?