Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
J-20A: Xiyyaara Chaayinaa waraana qilleensarraa addunyaa jijjiiraa jiru
Masrii, Turkii fi Qaatar, Ameerikaa fi Iraan Ankaaraatti walitti fiduuf
Bulchiinsi yeroo Tigraay walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin godhame "kan ta'uu hin qabne ture" jedhe
US Iraan haleelti taanan guutummaa naannichaatti waraanatu ka'a- Ayaatolaa Kameenii
Israa'el maaliif mootummaan Iraan akka kufuuf Tiraamp amansiisuuf yaaltii?
Haala Itoophiyaa keessa jiru itti dhiyeenyaan hordofaa' akka jiru UN ibse
'Waamicha marii Gamtaan Afrikaa taasise nan fudhadha'- TPLF
Haleellaa Israa'eliin Gaazatti namoonni heddu du'uu hordofee Masrii fi Kaatar ibsa baasan
Kuuliin seenaa dheeraa qabu fayyaafi miidhaginaaf faayidaa akkamii qaba?
'Naannoon Somaalee duraan waraanaa fi walitti bu'iinsaan beekamu har'a qe'ee nagaa fi misoomaa ti' - MM Abiy Ahmad
Naannoo Tigraay haleellaa diroonii bakkeewwan sadiitti raawwatameen namni tokko du'uu poolisiin ibse
Daangaa naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaar gidduutti walitti bu'iinsi uumamuu KMNI mirkaneesse
Waa'ee diroonii addaa Raashiyaa Itoophiyaan tibbana mul'iftee waan beeknu
Mootummaan federaalaafi TPLF haala naannoo Tigraay hammeessuurraa akka of qusatan Gamtaan Afrikaa gaafate
Gareen 'boodatti hafaa kun meeshaalee waraanaa gurguddaa gara naannolee Affaariifi Amaaraatti butaa jira'
Poolisiin Booranatti turisitii 'birrii naakenni' jedhee kadhate hidhaan adabame
Allaamaaxaa fi Kooramitti maaltu ta'e?