Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dogoggoroota qubee fi jechootaa hanga ammaa Kitaaba Qulqulluu afaan Ingiliziirratti mudatan

  2. 'Akka Walloo jaalalaan dhufnaan fuula ifaan, lolaan dhufnaanis lolaan deeffanna' - MM Abiy

  3. Turistoonni guyyuu Holqa Soofumar gahanii osoo hin daawwatiin deebiyaa jiru, maaliif?

  4. Harargeetti abbaan warraa kilaashii isheen hojiif hidhatteen haadha warraa ajjeese adabame

  5. Miseensi paarlaamaa Dassaaleny Caannee filannoo keessaa of baase

  6. Obbo Gadduu Andaargaachoo MM Abiy 'gara Ertiraatti ergeera' jechuu irratti maal jedhan?

  7. US fi Iraan gidduutti lolli eegaluuf jedhamee sodaatamaa yeroo jirutti mari'atan

  8. Piriimerliigii Itoophiyaa keessatti ifee mul'achaa kan jiru Nagellee Arsii Waancaa mo'achuuf carraa qabaa?

  9. Biyyootni Afrikaa jeettii waraanaa ammayyaa US F-16 qaban kam fa'i?

  10. Obbo Girmaa Waaqee Daandii Qilleensaa Yugaandaatti muudaman oduu jedhu waajirri Pirezidant Museeveenii haale

  11. Peep Gaardiyoolaa dhimma Filisxeem, Sudaan irratti maal jedhu?

  12. Salaaletti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii guyyootaaf adda cite

  13. Sirna Gadaa Oromoo walakkaa jaarraaf qorachuun addunyaatti kan beeksisan Prof. Asmaroom Laggasaa eenyu?

  14. Hayyuun Sirna Gadaa qorachuun addunyaatti beeksisan Pirof, Asmerom Laggasaa boqotan

  15. Haasaa MM Abiy parlaamaa irratti taasisaniif Ertiraan deebii kennite

  16. Haleellaan ISIS xiyyaarota Itoophiyaan kireessite irratti raawwate maal ture?

  17. Pirezidantiin Somaalilaand Israa'el waliin waliigaltee daldalaa akka uuman, albuuda kennanis akka qaban himan

  18. Qabxiilee ijoo shan MM Abiy Ahimad paarlaamaatti dubbatan