Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Gaambeellaatti kaleessa qofa namoonni 100 ol rasaasaan dhahamanii yaalamaa jiru'

  2. Birriin Itoophiyaa akka addunyaatti dadhabaadha jedhamuun lammiilee biyyattiif hiikaa akkamii qaba?

  3. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  4. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf

  5. Itoophiyaatti Labsiin gibira qabeenyaa haaraan qabeenya gosa akkamiifaa irratti kaffalchiisa?

  6. Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du'an

  7. Zayita qurxummii dubartoonni bareedina fuulaaf fayyadaman quba qabduu?

  8. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa hundeessite ala teessee ilaaluurraa yoom itti hirmaatti?

  9. Itoophiyaafi Keeniyaan michummaa caalatti cimsachuuf waliigalan

  10. Ameerikaan biyyoota 30 keessaa maaliif dippiloomaatotashee ofitti waamte?

  11. Atileetiin Itoophiyaa si'eessituun walqabatee waggaa sadiif adabamte eenyu?

  12. 'Giriinlaand kan Ameerikaa ta'uu qabdi' jechuun Tiraamp ergamaa addaa muudan

  13. 'Hidhattoonni mootummaatti harka kennataniifi namoota nagaa ajjeesaa, saamaa turan seeraan nuuf haa gaafataman'- Jiraattota

  14. Maatii shanan addunyaarratti soorumaan dursaa jiran

  15. Naazraawwit kan Chaayinaatti hidhaa to'annoo cimaa keessa jirtu maalitti jirti?

  16. MM Abiy Ahimad waa'ee tiktookaroota hidhamanii maal dubbatan?

  17. Namni ajjeechaa Aadde Adaanach kumsaan shakkame to'atameeraa?

  18. 'Gambeellaatti humnoonni nageenyaa gahaan atattamaan bobbaafamuu qabu' - KMNI

  19. 'Sanyiin keenya baduuf jedha' - Warra adii Afrikaa Kibbaa US'tti baqachuu fedhan

  20. Gareen IS deebi'ee jabaachaa jiraa?