Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IMF qorannoo liqaa Itoophiyaa xumuruun doolaara mil.261 raggaasise

  2. Muddama Hidha Haaaromsaa Abbayaa irratti jiru furuun ajandaa koo isa angafaati -Tiraamp

  3. Haadholii lama daa'imman jaha, hospitaala tokko guyyaa tokkotti- taatee Arsii Muunessaatti uumame

  4. Hojjettoonni Itiyoo-Telekoomii fi kaampaanii Chaayinaa hidhattoota WBO'n butaman gadhiifaman

  5. Artist Natsaannat Warqinaa du'aan addunyaarraa boqote, maaltu jedhame?

  6. Mootummaan Itoophiyaa waraana jalqabuuf sababa barbaadaa jira - Ertiraa

  7. 'Miira ciniinsuun seeminaara dhiyeessaa ooleen borumtaasaa dahe' - Dr Daagimaawwit Kiflee

  8. Gudunfaa:

  9. Ijoolleen hawaasa horsiise-bulaa Oromoo Keeniyaa keessaa bahan qormaata biyyaalessaan seenaa galmeessan

  10. Wal dhabdeen Somaaliyaa fi michuushee UAE gidduutti uumame maali?

  11. Sadarkaa paaspoortii biyyoota addunyaa bara 2026'n kan Itoophiyaa sadarkaa maalirra jira?

  12. Haala rakkisaa keessatti Yun. Dambi Doolloo hogganuun maqaa gaarii kan horatan Dr. Lataa Tesfaayee eenyu?

  13. Tiraamp Giriinlaandiin 'weeraruu' barbaaduun 'tasumaa fudhatama hin qabu' - Ministira Hajaa Alaa Deenmaark

  14. 'Tarkaanfii Tiraamp godaantota Minesootaa jiraatan irratti fudhataa jiruun sodaa guddaan uumameera' - Lammiilee Itoophiyaa

  15. Shah hanga Ayaatollaa: Seenaa Warraaqsa Iraan duuba maaltu jira?

  16. Pirezidant Isaayyaas gaaffii Galaana Diimaa Itoophiyaan dhiyeessaa jirtuufi muddama naannichaarratti maal jedhe?

  17. Wallagga Lixaatti 'hidhattoonni WBO' hojjettoota Itiyoo Telekoomii fi dhaabbata Chaayinaa ZTE 11 butan

  18. Itoophiyaan dorgommii Gaanfa Afrikaatti cime akkamiin irra aanti?

  19. Tiraamp 'Iraan mari'achuu barbaaddi, garuu dursa tarkaanfii fudhanna' jedhe, Iraan haaloo ba'uuf dhaadatte