Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Haleellaa Israa'eliin Gaazatti namoonni heddu du'uu hordofee Masrii fi Kaatar ibsa baasan
Kuuliin seenaa dheeraa qabu fayyaafi miidhaginaaf faayidaa akkamii qaba?
USS Abraham Lincoln: Dooniin waraanaa guddichi Ameerikaan gara Iraanitti butte maal qabateera?
'Naannoon Somaalee duraan waraanaa fi walitti bu'iinsaan beekamu har'a qe'ee nagaa fi misoomaa ti' - MM Abiy Ahmad
Naannoo Tigraay haleellaa diroonii bakkeewwan sadiitti raawwatameen namni tokko du'uu poolisiin ibse
Magaalota US keessatti hiriirri ICE mormu bahame.
Daangaa naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaar gidduutti walitti bu'iinsi uumamuu KMNI mirkaneesse
Iraan tarkaanfii waraanaa eeggachuurra waliigaltee uumuu barbaaddi- Tiraamp
Waa'ee diroonii addaa Raashiyaa Itoophiyaan tibbana mul'iftee waan beeknu
Mootummaan federaalaafi TPLF haala naannoo Tigraay hammeessuurraa akka of qusatan Gamtaan Afrikaa gaafate
Gareen 'boodatti hafaa kun meeshaalee waraanaa gurguddaa gara naannolee Affaariifi Amaaraatti butaa jira'
Tiraamp 'Chaayinaa waliin waliigaltee uumuun balaa itti fida' jechuun UK akeekkachiise
Poolisiin Booranatti turisitii 'birrii naakenni' jedhee kadhate hidhaan adabame
Barattuu Yun. Haramaayaa daakkii bishaaniin medaaliyaa warqii sadii mo'atte
Allaamaaxaa fi Kooramitti maaltu ta'e?
Raayyaa Ittisaa fi humnoota Tigiraay gidduu walitti bu'insi jiraachuu maddeen dippilomaasii himan
Ameerikaan Iraan yoo haleelte wantoota mudatuu danda'an torba
'Hospitaala nun geessiinaa'- Hiriirtota Iraan sodaa hidhaaf dhoksaan wal'aanaman