Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Reeffi namoota 200 ta'u maaliif osoo hin owwaalamin bosbosee argame?

  2. Ronaaldoon walitti aansee tapha lama Al Naasiriif osoo hin taphatiin hafe

  3. Tiraamp viidiyoo Baraak fi Misheel Obaamaa jaldeessa fakkeessee agarsiisu erga maxxansee booda haqe

  4. Turistoonni guyyuu Holqa Soofumar gahanii osoo hin daawwatiin deebiyaa jiru, maaliif?

  5. Harargeetti abbaan warraa kilaashii isheen hojiif hidhatteen haadha warraa ajjeese adabame

  6. Miseensi paarlaamaa Dassaaleny Caannee filannoo keessaa of baase

  7. Obbo Gadduu Andaargaachoo MM Abiy 'gara Ertiraatti ergeera' jechuu irratti maal jedhan?

  8. Waliigalteen to'annoo nukilaraa xumuramnaan, US waliigaltee haaraan biyyoota kaan hirmaachise haa mallatteessinu jette

  9. 'Hoteela keessatti saal-qunnamtii yoo raawwannu viidiyoo nu waraabanii kumaatamaaf gadhiisan'

  10. US fi Iraan gidduutti lolli eegaluuf jedhamee sodaatamaa yeroo jirutti mari'atan

  11. Pirezidaantota, biliyeenarootaa fi namoota beekamoo addunyaa hirriba dhorkaa kan jiru Jefirii Eppistiin eenyu?

  12. Imala Dr. Margituu Dabalaa - Fakkeenya kaayyoo ofiitti cichuun milkaa'uu

  13. Piriimerliigii Itoophiyaa keessatti ifee mul'achaa kan jiru Nagellee Arsii Waancaa mo'achuuf carraa qabaa?

  14. Biyyootni Afrikaa jeettii waraanaa ammayyaa US F-16 qaban kam fa'i?

  15. Obbo Girmaa Waaqee Daandii Qilleensaa Yugaandaatti muudaman oduu jedhu waajirri Pirezidant Museeveenii haale

  16. Peep Gaardiyoolaa dhimma Filisxeem, Sudaan irratti maal jedhu?

  17. Tibbana dhimma Hidha Haaromsaa fi Tiraampiin doorsifamuun maqaansaa kan ka'e Tireevar Nohaa eenyu?