Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Amantiin tokko isa kaaniin 'karaa sirrii irra hin jirtu,' jechuu danda'aa? Seerri maal jedha?
Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote
US'tti hiriirri 'Mootii Hin Barbaadnuu' Tiraamp mormuun bahame lakkoofsa ummataa guddaa hawwate
Huutiin imala doonii Galaanaa Diimaarraa kan danqu taanan diinagdeen addunyaa kasaaraa caalutti seena
Bishaan akkamitti boba'aan qixxee qaama waraana Baha Giddugaleessaa ta'a?
Namoota beekamoorratti himatni birrii biliyoona 1.7 waliin dhahuun dhiyaate maali?
Iraan Ulaa Hormuuz cufuunshee xaa'ooo, qorichaafi omishaalee murteessooo ta'anirratti dhiibbaa qabaatu
Hanqina boba'aa magaalota Itoophiyaa hiriira konkolaataan dhiphisaa jiru
Dhukkubbii dubartootni yeroo laguu ittin rakkatan hir'isuuf qorannoon maal fide?
Caccabaa misaayeloota Iraan, Weest Baanki, Israa'el keessatti
Naannoo Badhaadhinni kaadhimamaa hin dhiyeessine Tigraayitti filannoon gaggeeffamaa?
KFOn waa'ee filannoo Itoophiyaa maaliif callise?
Falmattuu Sabaa: Qabsooftuu jabduu achi buuteenshee dhabamee maatiin balbala eegaa hafan
Daa'ima waraabessi ciniinee ijji jaame wal'aansa baqaqsanii yaaluun lubbuun hafe
Zimbaabiween lammiileenshee 15 waraana Raashiyaan ajjeefamuu ibsite
UN daldala garbaa 'yakka hunda caalaa hamaa dhala namaarratti raawwate' jechuun beekamtii kenne