Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gudunfaa

  2. Israa'el akkamiin qiyyaafannoo haleellaa Iraan keessaa adda baafatti?

  3. Gootattii nagaa dubartoota Musliimaafi Kiristaanaa hiriirsitee waraana dhaabde

  4. Boordiin Filannoo 'galmee filattotaa dirqamaa fi mindaa kutuun doorsisuu' akeekkachiise

  5. Bulchiinsi waggoota saddeetii MM Abiy yeroo xiinxalamu

  6. Hanqinni boba'aa guddaa addunyaa yoom mudate? Kan ammaa hangam hammaataadha?

  7. Waraanni Somaaliyaa magaalaa loltoonni Itoophiyaa buufatan Baayidowaa maaliif to'ate?

  8. Hanqina boba'aa mudate hordofee daballii gatii omishaaleerratti waan ummanni jedhu

  9. Ulaa galaanaa Baab El Mendeb Itoophiyaatti dhihoo jiru Iraan akka hin cufne yaaddoo uume

  10. Gatiin konkolaattota elektirikii Itoophiyaatti 'garmalee' dabaluun waraana Iraan waliin hidhata qabaa?

  11. 'Ani itti heerumuu didnaan lilmoo HIV qabdu na waraane'

  12. Halaabaatti daa'imman lama lagni nyaate guyyoota sadii oliif reeffi barbaadamus hin argamne

  13. 'Miilaan imaluu aadeffadhaa'-Tarkaanfiiwwan mootummaan boba'aa qusachuuf baase maali fa'i?

  14. Ameerikaan Odoola Iraan Kaargi akkamitti to'achuu dandeessi?

  15. ABO'n waggoota 30 oliin booda filannootti deebi'uun siyaasa biyyattiif maal akeeka?

  16. Carraan US waraana lafootiin Iraan weeraruu hagami?

  17. Itoophiyaatti hanqina boba'aa mudateen hojjetoonni mootummaa boqonnaa akka bahan taasifamuufi