Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Zelensikiin waliigaltee dhukaasa dhaabuuf jecha bulchiinsa Doonbaas Raashiyaaf hin dhiisnu jedhan

  2. KFOn filannoo biyyaalessaa dhufurratti hirmaachuuf qophii taasisaa jiraachuu ibse

  3. Waa'ee walitti bu'insa hidhattoota Tigiraay gidduutti mudatee haga ammaa waan beeknu

  4. Ertiraan ibsa Manni Maree Paartii Badhaadhinaa baase irratti maal jette?

  5. Waa'ee dubartii ulfa ji'a sagalii Gujiitti ajjeefamte kan beeknu

  6. Namoonni daandiirra jiraatan 'hatattamaan' Waashingitan DC keessaa bahuu qabu- Tiraamp

  7. Masriin eegumsa Hidha Abbayyaa Itoophiyaaf maallaqa kaffaluu qabdii?

  8. Puutiin ilma aangooftuu CIA Raashiyaaf osoo loluu Yukireenitti ajjeefameef badhaasa ergamaa Tiraampitti ergan

  9. Herregni baankii namoota gabaa sharafa alaa seeraan alaarratti babba'uun shakkamanii dhorkame

  10. 'Diinoonni waraanni dheerate jalaa fashalaa'e' walitti bu'iinsa kaasuuf yaalaa jiru- Badhaadhina

  11. Tigraayitti hongee mudateen namoonni 22 beelaan lubbuu dhaban

  12. Humni Ibsaa Itoophiyaa dhaabbileen daataa maayinig birrii bil. 28 argamsiisan "adeemsaan akka bahanan" jedhe

  13. Jimmatti poolisiin shamarree dhimma nageenyaan shakkamuun hidhaarra turte gudeede adabame

  14. 'Haala amma jiruun Itoophiyaan sharafa alaa ga'aa qabdi kan jedhu amansiisaa miti'- Oggeessa diinagdee

  15. Lolaa rooba cimaa hordofee mudatuuf of eeggannoo akkamiitu barbaachisa?

  16. Akeekkachiifni waraanni Itoophiyaa loltoota Somaaliyaatiif kenne jedhame maali?

  17. Mootummaan maallaqa gabaa sharafa seeraan alaa keessa socho'u dhaaluuf dhaadate

  18. Israa'el akka biyyaatti hundooftee beekkamtii osoo hin argatiin dura Yihuudonni eessa turan?

  19. Itoophiyaan waggaa booda Somaaliyaatti ambaasaaddara haaraa muudde

  20. Barataan Pirezidantii Yugaandaa qeequun viidiyoo TikTokii hojjete attam ta'e?