Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Kitaabni 'Ida'amuu' arfaffaa MM Abiy Ahimed barreessan maal irratti xiyyeeffata?

  2. Gaazexeessaan Gaanaa Badhaasa BBC Komlaa Dumor 2025 mo'ate

  3. Ajjeechaa 'sukkaneessaan' Gondar UNn balaaleffatame akkamiin raawwate?

  4. Haati Baaleetti gareen gudeedaman dhukkubaaf saaxilamuufi gaa'illi isaanii diigamuu himan

  5. Tiraamp hanga yoonaa waraana meeqa dhaabsisan?

  6. Kibba Tigraayitti walitti dhukaasa banameen miidhaan qaqqabe

  7. Filannoo Majliisa Itoophiyaa namoonni miiliyoona 13 ol irratti hirmaatanirratti qabxiilee ijoo beeknu

  8. Icciitii gaarreen Tooraa Booraa Osaamaa Bin Laaden, US fi Sooviyeet dhamaase

  9. Mootummaan Itoophiyaa miindaa hojjettoota mootummaa hagamiin dabale?

  10. Dargaggoo hawwii gitaara taphachuu irraa ka'uun gitaara hojjetee amma gabaaf dhiyeessaa jiru

  11. Baqataa duraanii dhaabbata baqattoota gargaaru UStti hundeessan Dr Tsahaya Tafarraa

  12. Wiirtuun Meedikaalaa Yun. Jimmaa wal'aansa onnee daa'imaa milkaa'inaan raawwate

  13. Itoophiyaan Sinotiraakiin biyya akka hin seenne dhorkite

  14. Haadha intalashee osoo qayyabachiiftuu waliin barnoota dooktarummaa egalte

  15. 'Qonnaan bulaa afur homaa hin qabne oyiruu keessatti ajjeesan' - Abee Dongoroo

  16. Haadha namoota mucaashee butaniif birrii kuma 600 kanfaltee du'asaa miidiyaa hawaasaarratti dhageesse

  17. Walga'iin Tiraamp fi Puutin kanaan dura akkam ture, kan ammaarraa maaltu eegama?

  18. Haasaan MM Israa'el biyyoota Arabaa dheekkamsiise maali?

  19. 'Galaana Diimaatti bahuuf karaa walakkaa ol deemneerra' - Itoophiyaa

  20. Gabaasi mirga namoomaa Ameerikaa waa'ee Itoophiyaa maal jedhe?