Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
'Abee Dongorootti hidhattoonni Faannoo dubartii ulfaa dabalatee namoota 30 ol ajjeesan' – Jiraattota
Sababoota torba kirkira lafaa hamaa taasisan kenneen beektuu?
"Dogoggorri Galaana Diimaa bor sirreeffama" - MM Abiy Ahimad
Putiin michummaan Chaayinaa waliin qaban 'gulantaa haaraarra' gahuu ibsan
MM Abiy Hidha Haaromsaarratti waa'ee gumaacha MM duraanii Mallas Zeenaawii maal jedhan?
Paayileetiin buufata xiyyaaraa Yaa'a Bal'oo waliin maqaansaa ka'u Galataa Mitikkuu eenyu?
Hojii aartii Sooviyeet waggootaaf ittiin Ambaasaaddara Ameerikaa basaaste
UKn maaliif imbaasii ishee Kaayiroo jiru cufte?
Chaayinaa fi Indiyaan 'michuu malee masaanuu' akka walii hin taane waadaa galan
Itoophiyaan Hidha Abbayyaa irratti mari'achuuf ammalleen qophii ta'u ibsite
Dubartii abbaa warraa qabdu affeeruun seeraan akka nama adabsisuu yaaddanii beektuu?
Israa'el haleellaa gaggeessiteen Ministiira Muummee Huutii Yamaniifi ministiirota heddu ajjeeste
Manni murtii US taarifawwan Tiraamp addunyaarra kaa'e hedduunsaa seeraan ala jedhe
Teeknoloojii qophii qooccoo haadholiif dadhabbii guyyootaa sa'aatiitti deebise
Kibba Tigraayitti aanga'aan duraanii kaafamuun muddama haaraa uume
Waa'ee warshaa xaa'oo guddicha Itoophiyaan ijaaruuf jirtuu qabxiiwwan ijoo
Gooldaa Meyiir: MM duraanii Israa'el dubartii jalqabaa Baha Giddu-galaatti gaggeessituu taate
WBO fi Faannoon waa'ee waliigaltee taasifame jedhamee irratti maal jedhan?
Kilinikooti ogeessonni fayyaa itti yalamaniifi dhaaboti fayyaa geejiba akka dhiyeessan murtaa'e