Himatamtoonni kunneenis ol iyyannoo dhiyeeffachuuf guyyaa 10 kan qaban yoo ta'u, Tpirezidantiin mana murtichaa, Roojar Araataa, himatamtoonni amma osoo gara mana hidhaatti hin geeffamiin dura abbokaatoosaanii waliin dubbachuuf yeroo akka qaban dhaddachicha irratti himan.
"Kaameeraan CCTVn sababiinsaa kan amma isin mana keessatti na argitaniifiidha," jedha abbaan suuqii duraanii Hamzaa Nuur, kan ganna 48, ijoollee isaa keessaa tokko qabate soofaarra taa'uun.
Innis ganama lamaan irraayyuu akka dheekkamsi isa hin mudanneef jecha, suuqii daldalasa gurguruuf murtee cimaa akka murteesse BBC'tti himan.
"Qaama tokkoon kaameeraa akka hin buqqifne sitti yoo himamuu, booda ammoo qaama biraatiin kaameraa akka buqqisu sitti himama. Filannoo ati taasiftu irratti hundaa'uunis rasaasa ykn kutaan mana hidhaatu si eeggatta," jedhu Obbo Nuur itti dabaluudhaan.
Mootummaan bara darbe ture haleellaa al-Shabab ofirraa ittisuudhaaf abbootiin suuqii kaameraa CCTV baasii mataasaaniitiin akka kaa'an qajeelfama kan kenne.
Itti Aanaan kantiibaa magaalaa Moqaadishoo, Mohaammad Ahmad Sagantaa BBC Africa Daily podcast'tti akka himanitti, murteen kun bu'aa argamsiiseera.
"Duraan Moqaadishoo keessatti ji'atti yeroo afur ykn shan boombiin ni dhoha ture, garuu amma ergasii akkas miti," jedha.
Mootummaan amma jiraattonni kaameraa kana mana jireenyaasaanii fi gamoowwan mana jireenyaatiin ala akka kaa’an ajaje. Jiraattoonni hedduun garuu al-Shabab waraana gara manasaaniitti fiduu danda’a jechuun sodaan itti galuu dubbatu.
MM
Abiy Ahimad bara 2018 gara aangootti yoggaa dhufan, dhaabbileen mootummaa gara
guutummaatti yookaan gariin gurgurtaaf akka dhiyaatan akeekanii turan.
Mootummaan kana kan murteesse; invastimantii biyya alaa biyyatti galchuun,
diinagdee qonnarratti hirkate ammayyoomsuuf akka tahe hima.