Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Raashiyaan gabaasa haati warraa Asaad gaa'ila hiikuuf gaafatte jedhu haalte

  2. Sooriyaan yaaddoo addunyaa miti - Dursaa finciltootaa Ahimad al-Shaaraa

  3. Israa'el kufaatii Asaadiin booda Lafa Sooriyaa humnan qabatte bal'isuuf karoorfatte

  4. Qondaalonni US finciltoota Sooriyaa injifatan waliin 'kallattiin dubbachaa' jiru

  5. Israa'el Sooriyaa haleeluu akka dhaabdu qondaalli UN gaafatan

  6. Finciltoonni magaalota Sooriyaa to'achaa jiran eenyudha?

  7. Finciltoonni Sooriyaa Aleeppoo gartokkoon to’atan

  8. Netaaniyaahuu irratti hidhaa osoo hin taane murtee du'aatu darbuu qaba - Ayaatolaa Kameenii

  9. Beerut haleellaa qilleensarraa Israa’el hamaan rukutamte

  10. Haleellaa Israa'el Libaanositti raawwatteen hojjettoonni lubbuu baraaran 15 ajjeefaman

  11. MM Israa'el Netaaniyaahuun ministira ittisaa Yo'aav Gaalant hojiirraa ari'uu hordofee mormii guddaan ka'e

  12. Iccitii karoora Israa'el Iraan haleeluuf qabdu akkamitti miliqee bahe ?

  13. Ajjeechaa hogganaa Hamaas Yaahiyaa Sinwaar irratti eenyutu maal jedhe?

  14. 'Israa'el USn ni dhageessi garuu murtee ofii fudhatti'- Waajira Netaaniyaahuu

  15. Baqattoonni 45 ol qarqara Jibutiitti galaanatti darbatamanii du'an Itoophiyaanota ta'uun mirkanaa'e

  16. 'Iraan keessaa bakki Israa'el qaqqabuu hin dandeenye hin jiru' - Netaaniyaahuu

  17. Mootummaan Itoophiyaa meeshaa waraanaa Somaaliyaatti fe’amuun yaaddahuu ibse

  18. Lammiin Israa'el Netaaniyaahuu akka ajjeesuuf 'Iraan qacarte' to'atame

  19. Guduunfaa

  20. Baha Giddu Galaatti muddamni hammaannan US doonii waraanaa garas ergite