Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan Odoola Iraan Kaargi akkamitti to'achuu dandeessi?

  2. Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote

  3. Huutiin imala doonii Galaanaa Diimaarraa kan danqu taanan diinagdeen addunyaa kasaaraa caalutti seena

  4. Iraan Ulaa Hormuuz cufuunshee xaa'ooo, qorichaafi omishaalee murteessooo ta'anirratti dhiibbaa qabaatu

  5. Hanqina boba'aa magaalota Itoophiyaa hiriira konkolaataan dhiphisaa jiru

  6. US fi Iraan waraana dhaabuuf maaltu gufuu itti ta'a?

  7. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  8. Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe

  9. Huutiin Yaman waraana Iraan irratti akka hin hirmaanne maaltu danqaa itti ta'e?

  10. Duuti Alii Laarijaanii hoggansaa Iraan keessatti qaawwa akkamii uuma?

  11. Xiyyaaronni imaltootaa yeroo waraanaa of eeggannoo akkamiin balali'uu qabu?

  12. Waraana Iraanirraa eenyutu maal barbaada?

  13. Israa'el Huutii adamsuuf Galaana Diimaa irratti buufata waraanaa ijaaraa jirtii?

  14. US dhimma Iraaniif Raashiyaa fi Chaayinaa Mana Maree Nageenyaatti himatte