Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Netaaniyaahuun karoora Gaazaa Pirezidaanti Tiraamp irratti yaaddoo qaba

  2. Tiraamp 'Iraan mari'achuu barbaaddi, garuu dursa tarkaanfii fudhanna' jedhe, Iraan haaloo ba'uuf dhaadatte

  3. UAE fi Sa'uudiin Yaman keessatti wal dhaban

  4. Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?

  5. Loltootni Itoophiyaa Gaazaatti bobbaafamufii?

  6. 'Israa'el erga haleellaa jalqabdee Gaazaatti namoonni 70,000 ajjeefaman'

  7. Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?

  8. Israa'el qondaala olaanaa Hezboollaa Beeruut keessatti ajjeefte

  9. Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse shaakala waraana galaanaarraa eegale

  10. Al-Sharaa: US shororkeessaa jettee nama barbaadaa turte kabajaan Waayit Haawisutti affeerte

  11. Wixinee West Baankii dhuunfachuu Paarlaamaa Israa'el bakka lamatti qoode

  12. Hamaas waa'ee hidhannoo hiikkachuu, bulchiinsa Gaazaa fi kaanirratti ejjennoosaa ibse

  13. Dirree waraanaatti adamsuurraa hanga Masaratti simachuu Sharaa fi Puutiin falmii kaase

  14. 'Meeshaan waraanaa nagaa fide' - Tiraamp

  15. Waliigalteen Gaazatti dhukaasa dhaabuu marsaa jalqabaa maal of keessatti qabate?

  16. Waadaan Tiraamp Qaataariif galee maali, tasgabbii moo balaa fiduu danda'a?

  17. UN Iraanirra qoqqobbii kaa'e, biyyoonni Awurooppaas akeekkachiisan

  18. Israa'el akka West Bank ofitti dabaltu gonkumaa hin eeyyamu- Tiraamp