Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse
Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
IJOO
Tiraamp US fi Iraan Dilbata waliigaltee mallatteessu jedhe, Iraan yeroo irratti shakkii uumte
US maaliif Odola Kaarg qabeenya Iraan taaterra ijashee godhattee?
Dirooniin galaanarraa garee balallii helikoptera waraanaa Ameerikaa kuftee baraarte
Israa'el fi Iraan wal-haleelunsaanii Iraan wal-tajjii mariirratti cimtee akka baatu taasisaa?
US fi Iraan Galoo Galaanaa keessatti walitti dhukaasan
Waldhabdeen Tiraampiifi Neetanyaahuu marii Iraan danqaa?
Iraan dhaabbileen waraanaa Ameerikaarra hanga himameen ol miidhaa geessisuu BBCn mirkaneesse
Tiraamp dhimma waliigaltee Iraanirratti gorsitootasaa waliin Waayit Haawusitti wal-gahus 'murtee dhumaa' hin ibsin hafe
Dirooniiwwan xixiqqoo Hezbollaa waraana Israa'el qoraa jiran
Israa'el haleellaa Hezboollaa irratti taasiftu cimsitee itti fufti- Neetanyahuu
IJOO
IJOO
IJOO
Sa'uudiifi UAE'n Iraan irratti haleellaa raawwachuu gabaasni mul'ise
Tiraamp dhukaasa dhaabuun US fi Iraan 'haala yaaddessaa' keessa jira jedhu
