Ruubiyoo waliin Gorsaan
Dhimma Nageenyaa Ameerikaa Maayik Waaltiz fi Baha giddugaleessatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Istiiv Witkoof ni
hirmaatu jechuun qondaalonni Ameerikaa miidiyaa Ameerikaatti michuu BBC ta'e CBStti
himan.
Yukireenitti Ergamaan Addaa Ameerikaa Keyiz Keloog kora kanarratti Waashingteen, Mooskoo fi Kiiv
ni hirmaatu garuu Awurooppaan kora kanarratti hin affeeramne.
Reeffii weellisaa Delfiin Kateemboo Viniywaasikii kan maqaa waltajjii Delkaat Ideengoo jedhamuun beekamuu Kamisa darbe daandii gubbaatti argame. Mataansaa gariin dhiigaan faalamee kan ture yoo ta'u, gabaasaaleen hin mirkanaa'iin itti dhukaafamee du'uu ibsan.
Weellisaan kun qaama mootummaas, hidhattootas qeequun kan beekamu yoo ta'u, torban darbe mana hidhaa magaalaa Goomaa keessaa warra miliqe keessaa tokko. Hidhamtootni dhibbaa ol ta'an kan miliqan ji'a darbe wayita hidhattootni M23 magaalittii qabatan ture.
Garri Bahaa biyyattii miniraalotaan kan badhaadhe yoo ta'u, qabeenya kana to'achuuf hidhattootni M23 jedhamaniifi waraana mootummaa gidduu lolli itti hammaateera.
Du'a weellisaa kanaaf eenyu akka gaafatamu ifa hin taane.
Istaarmaar akkasumas, “akkuma bara darbe walgahii Waashingitanirratti michoonni waliigalteerra ga’aniitti, Yukireen gara NATO'tti makamuudhaaf bakka duubatti hin deebinerra akka jirtu UK’n waadaa galte irra deebitee ibsiteetti,” jedhan dubbi-himaan waajira MM.
Jechoota isaatiin, Istaarmaar jechoota miseensonni NATO bara darbe ji’a Hagayyaa keessa yeroo “bakka duubatti hin deebine” Yukireeniif miseensummaa gara fuula duraa akka deeggaran waadaa galanirratti waliigalan ni deebisana jedhanii dubbatan.
"Dhimmi kun baayyee salphaadha... Waan hundarratti walii galleerra," jedhan. Dhimmicharratti ibsi bala'aan kan hin kennamne yoo ta'u, Laavroov dhimmicha irratti yaada hin laanne.
Waliigalteen kun bara bulchiinsaa al Bashiir bara 2019 keessa kan irratti mari'atame yoo ta'u, jalqaba Sadaasa bara 2020 battaluma waraanni aangoo qabateen mallattaa'e, garuu ammoo sababii bara 2023tti waraanni ka'een hireen isaa ifa hin turre.
Wal waraanni biyya keessaa amma deemaa jiruufi namoota kumaatamaan lakkaa’aman itti ajjeefaman kunis kan jalqabe erga waraanni biyyattiifi fi Humni Deeggarsa Saffisaa (RSF) waldhabdee aangoo cimaa keessa seenaniin booda ture.