Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan Sooriyaa keessatti haleellaa raawwachuu ibsite

  2. Jeneraalli waraanaa duraanii Tiraampiin jaallataman Pirezidaant Abdel Fattah Elsisi eenyu?

  3. Waa'ee Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Bishooftuu waggaan imaltoota mil.100 ol simatuu qabxiilee ijoo

  4. US shaakala waraanaa biyyoonni michuushee hin taane taasisan akkamitti ilaalti?

  5. Iraan mormii gaggeeffamaa jiruuf US himachuun xalayaa UNtti barreessite

  6. 'Raashiyaafi Chaayinaan akka hin fudhanne US Giriinlaand abbummaan ​​qabaachuu qabdi'- Tiraamp

  7. 'Xiyyaara pirezidantii duraanii Somaaliyaa, Sa'id Baarree icciitiin Somaaliyaatti deebise'

  8. Reezaa Paahlaavii, namni hiriirtonni Iraan akka biyya gaggeessuf maqaasaan dhaadataa jiran eenyu?

  9. Intala 'gootichaa' fi 'arjaa' Daraaraa Kafanii kan taate Dr Milkii Daraaraa eenyu?

  10. Jawaar bulchiinsa MM Abiy, filannoo, KFO, WBO, TPLF fi Faannoorratti maal jedha?

  11. Shaakalli waraanaa biyyota BRICS,Itoophiyaan irratti hirmaatti jedhame, har'a eegala

  12. Baaleetti garaa gaala tokkoo keessaa dhakaa fi lafeen kuntaala walakkaa ta'u akkamiin bahe?

  13. Hokkorri Iraan keessatti ka'e garamitti deemaa jira?

  14. Tiraamp Venezuweelaa irratti haleellaa gaggeessuun Chaayinaa akkamiin yaaddesse?

  15. 'Oolmaan kol. Abdiisaa Aagaa biyyaaf oole hin kanfalamne'-Ilmasaa

  16. Dandeettii Afaan Ingiliziin Keeniyaan Afrikaarraa sadaffaadha, Itoophiyaanoo?

  17. Jala bultii Ayyaana Dhaloota Kiristoos Addabaabayii Masqalaatti adeemsifame

  18. Haleellaa hidhattoonni Shawaa Kaabaatti otobisiirratti bananin maaltu ta'e?

  19. Tiraamp maaliif Giriinlaand barbaada? NATO'dhaaf hiika akkamii qaba?

  20. Ameerikaan waraana dabalatee mala ittiin Giriinlaandi qabattu mari'achaa jirti - Waayit Haawus