Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Biyyootni Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos har'a kabajan kam fa'i?

  2. Gaggeessaan Venezuweelaa Tiraamp humnaan aangoorraa buusee hidhe eenyu?

  3. Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite

  4. Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan

  5. Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?

  6. Veenzuweelaatti aanee biyyootni xiyyeeffannoo Tiraamp keessa jiran kam fa'i?

  7. Dubartiin teeknooloojiin Iloon Maask qullaa ishee mul'ise, 'namummaa irraa mulquu' himatte

  8. Gudunfaa:

  9. Giiftiin Duree Venizuweelaa US to'atte eenyudha? Nama akkamiiti?

  10. Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaa jedhamu, kan akkamiiti?

  11. Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse

  12. Veenzuweelaan boba'aa hangam qabdi? Tiraamp boba'aa kana argataa?

  13. Dhalataan Itoophiyaa Sudaan Kibbaa fi Filisxeemotaaf qabsaa'e maal hima?

  14. Waa'ee godaantota Itoophiyaa Sa'uudii fi Yaman gidduutti wal dararanii maal beekna?

  15. Basaastota, dirooniifi xombora: US akkamiin Maaduuroo to'atte?

  16. Mootii muuziqaa jaazii Itoophiyaa kan jedhamu Mulaatuu Astaaxiqee eenyu?

  17. Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?

  18. Gumii Eeldallootti Poolisiin meeshaa waraanaan doorsisee Haadha ijoollee shanii gudeede hidhaan adabame

  19. 'Iraan hiriira mormii gaggeeffamu humnaan dhaabsisuuf yaalti taanan US gidduu seenti' - Tiraamp

  20. Somaaliyaan walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN akka dursituuf filatamte