Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte
Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Dubartii beekamtii ishee malee dhoksaan viidiyoo TikTok'f waraabamte, onlaayiniirratti salphatte
Aanga'aan olaanaa Ameerikaa "nageenyaafi tasgabbii naannoo" irratti MM Abiy waliin mariyachuuf
'Nageenya keessoo malee Chaayinaan kana booda nuuf yaaddoo miti'- Peentaagoon
Bakka namoonni siyaasaa beekamoofi dureeyyin US dhoksaan itti walga'anitti waaqa tolfamaaf sagaduun jiraa?
Akka Tiraamp jedhu Afgaanistaanitti duulee kan lole US qofaadhaa?
Minisootaatti biizinasiiwwan cufamuun oppireeshinii Tiraamp irratti mormiin gaggeeffame
Humni waraanaa Amerikaa guddaan gara Iraanitti qajeele - Tiraamp
'Hunduu waa'ee lafaati': Zeleniskiin, US fi Raashiyaa waliin mari'anna jedhe
'Maastar Pilaanii' haaraan Ameerikaan Gaazaaf qopheessite maali? Akkamiin hojiirra oola?
'Shiftaa sakattaana qe'ee keessan dhiisaa bahaa nuun jennaan waan qabnu mara dhiifnee baane' - Jiraattota Matakkal
Dr. Nawaal El Sadaawii: Dubartiin Masrii mirga dubartootaaf falmuun dubartoota Arabaaf fakkeenya taate eenyu?
'Abbaan fedhe yoo Giriinlaand fudhate dhimma keenya miti, waan doolaara bil. tokkooti' - Puutin
'Boordiin Nagaa' Tiraamp rakkoolee nageenyaa addunyaa fura jechuun hundeesse maalidha?
Dogoggora, arrabsoo, dhaadannoo fi doorsisa- Taajjabbii haasaa Tiraamp Daavoositti taasise
Itoophiyaan 'loogiifi doorsisa' Tiraamp dura akkamiin dhaabbachuu qabdi?
Kun ammallee Ameerikaatti ta'aa jira: 'Waggaa 14tti haatikoo mallatteessitee dhiira tokkoof na kennite'
Tiraampiin aangorraa buqqisuuf duulli eegalame maali?
