Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaa Ameerikaa kamiifuu deebii kennuuf qophiidha-Iraan

  2. Baqataa Oromoo poolisii baqataa ture, har'a Awustiraaliyaatti poolisii filatamaa ta'e

  3. Ameerikaan Iraan haleeluuf qophaa'aa jirtii?

  4. Kutaa ciisichaa hanga addunyaa naanna'uutti - Qabxiilee shan waa'ee 'Speed' beekuu qabdan

  5. Namichi namoota seeraan ala daddabarsu Itoophiyaan dabarsitee kennite Neezerladitti adabame

  6. Dhagala'aan waliin isaa hin beekamne Ilhaan irratti biifame, Tiraamp itti qoosan

  7. Haala Miniisootaa keessa jiru mootummaan 'ni qabbaneessa' -Tiraamp

  8. Muddamni Iraan maaliif biyyoota Arabaa akkaan yaaddesse?

  9. Itoophiyaa fi biyyoota addunyaa arjoomaan dursan shan

  10. Humni Qilleensaa Itoophiyaa addunyaarraa sadarkaa kamirra jira, xiyyaarota akkamiifaa qaba?

  11. Liibiyaatti namoota 28 godaantota uggursiisuun Birrii Biiliyona 2.1 walitti qabatanirratti himanni baname

  12. Jenaraalli waraanaa fi michuu dhiyoon pireezidaanti Chaayinaa akkamiin iccitii nukilaraa US'f kennuun shakkame?

  13. Finfinneetti dargaggeessa qunxurroo guutumatti ofirraa mure baqaqsanii yaaluun deebi'ee hodhameef

  14. "Hiriyoonni koo walakkaan ajjeefamaniiru" - Shamarran waraanni hanga mana barumsaatti isaan hordofe

  15. Ajjeechaa nama tokkoon booda aariifi mormiin Miniyaappolisitti jabaate

  16. Dorgommiin olaantummaa biyyoota jajjaboo addunyaa sadan garam deemaa jira?

  17. Itoophiyaanonni seeraan ala ari'amuuf jirra jechuun bulchiinsa Tiraamp irratti himata dhiyeessan

  18. Iraan doonii waraanaa US itti qajeele ''quba qaataarra keessee'' eegaa jirti

  19. Dantaa Itoophiyaa eegsisuuf akka nuti hin rafne diinonni keenya haa beekan -MM Abiy