Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Arsiitti bakakkaan bonaan loon dallaa tokko fixe

  2. Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuudhan waa'ee gaa'elasaanii maal himu?

  3. Buufatni Poolisii 'Ismaart' Afrikaatti kan jalqabaa ta'uun Finfinneetti baname maali?

  4. UN muddama Itoophiyaa naannoo Tigraayitti mudate irratti ibsa kenne

  5. Benishaangul Gumuzitti mooraan leenjii humna addaa Sudaan - RSF ijaaramuu qorannoon Rooyitars mul'ise

  6. Biyyoota 10 gatiin maallaqa isaanii cimaa ta'e

  7. Abbootiin qabeenyaa Youtube fi Instagram 'maashina araada nama qabsiisu kalaqan'

  8. Oduu Ijoo

  9. Wal-himannaan Itoophiyaafi Ertiraa maaliif amma hammaate, garamitti deemaa jira?

  10. 'Bakka Obbo Maammaan hin jirretti akka waan gaaddisa dhabneeti' - Miseensa Hawaasa Oromoo Siyaatil

  11. Mootummaan federaalaa lola biraa Tigraayitti banuuf qophaa'aa jira jechuun TPLF himate

  12. Ertiraan gaaffii Itoophiyaan akka loltootashee baastuuf dhiyeessiteef deebii kennite

  13. US dhimma Iraan gidduu seenuun bu'aamoo miidhaa qaba? Iraanonni biyya keessaa fi alaa maal jedhu?

  14. Ibraahim Alii: Dargaggeessa dheebuu maatiif fala barbaaduurraa ka'ee hawaasa dheebuu baasuurra gahe

  15. Itoophiyaan akka Ertiraan loltootashee 'hatattamaan daangaashee keessaa baastu' akeekkachiiste

  16. US Raashiyaafi Yukireen Waxabajji dhuftu waraana akka dhaaban barbaaddi - Zelenskii

  17. US nu haleellaan buufataalee waraanaa ishee Baha Giddugaleessaa haleeluuf qophoofneerra- Iraan

  18. Dogoggoroota qubee fi jechootaa hanga ammaa Kitaaba Qulqulluu afaan Ingiliziirratti mudatan

  19. 'Akka Walloo jaalalaan dhufnaan fuula ifaan, lolaan dhufnaanis lolaan deeffanna' - MM Abiy