Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tarkaanfiin Yunivarsiitii Salaalee isa 'Salaaleetti aannanirra bishaan warshaatu qaalidha' jedhamu jijjiiraa?

  2. Boombii nuklaraa yaaliif dhukaasuun akkamiin gaggeeffama? Biyyoota kam fa'aatu yaalii gaggeesse?

  3. Haasawa Tiraamp keessaa kamtu dhugaa kamtu dhara?

  4. Malli boca fuula dubartootaa ittiin miidhagsan jiraa? Odeeffannoo miidiyaa hawaasaarraa arginu hangam dhugaadha?

  5. Kamiseetti doktarri haala hin baramneen dhiigasaa arjoomuun lubbuu deessuu baraare maal hima?

  6. Murtee Mana-maree Federeeshinii falmii guddaa kaaserratti eenyu maal jedhe?

  7. UAE, Turkii fi Sa'uudiin Itoophiyaarraa maal barbaadu?

  8. Agarsiisa waraana Itoophiyaa tibbanaa Ertiraan 'dubbii barbaacha' jette

  9. Muddamni US-Iraan hammaannan US hojjattoonni emabsiishee Beeruut jiran akka bahan ajajje

  10. Iraan 'harka kennuu' caalaa maaliif Ameerikaa waliin waraana filatti?

  11. Paartiin Obbo Getaachoo Raddaa sirrafamni yoo hin taasifamne filannorratti hin hirmaadhu jedhe

  12. Somaalilaand Ameerikaaf buufata waraanaa kennuuf qophii ta'uu beeksiste

  13. Namichi hidhatee qe'ee Tiraamp humnaan seene ajjeefamuu Tajaajilli Tikaa ibse

  14. Yaaddoo waraanaa Tigraayitti cimeen dhiphanne - Jiraattota

  15. Humna waraanaa fiixee Somaalee hanga Mitsiwwaa tiksu ijaarreerra - MM Abiy

  16. Haasaan ambaasaaddara Ameerikaa biyyoonni Arabaa balaaleffatan maali?

  17. Yukireen loltoonni isparmii kaffaltii malee akka keewwatan gaafachaa jirti

  18. Namoota ragaa sobaan baankota Birrii Mil. 89 kasaarsan to'achuu Poolisiin beeksise

  19. 'Bulchiinsi Tiraamp hogganaa Iran Ali Kameni fi ilmasaa ajjeesuu irratti mari'ataa jira'- Gabaasa