Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Kaampaanii Geejjiba Qindaa'aa Odaa maaltu mudate?

  2. Gatiin geejjibaa magaalaa Finfinnee birrii shanii hanga 20'tti dabale

  3. Israa'el Huutii adamsuuf Galaana Diimaa irratti buufata waraanaa ijaaraa jirtii?

  4. Yeroo ajjeechaan jumlaa warra Yihudota irratti raawwate, Araboota lubbuu baraaraa turan, garuu hin leellifamne

  5. Waraanni Iraan deeggartoota paartii Rippaablikaanaa akkamiin gargar qoode?

  6. Lola adeemaa jiruun baasiin waraanaa Ameerikaa hangam qaaliidha?

  7. US dhimma Iraaniif Raashiyaa fi Chaayinaa Mana Maree Nageenyaatti himatte

  8. Hoggantoonni Iraan akkamiin sirna aangoorra isaan tursiisu ijaaran?

  9. Waraana Iraan irraa biyyootni waa buufatan eenyu? Kanneen miidhaman hoo?

  10. MM Abiy sababa waraana US-Israa'el Iraan waliin gaggeessaa jiraniin muuddama keessa kan jirtu UAE daawwachaa jiru

  11. Aanaaleen Oromiyaa ergaan akeekkachiisa balaa kennameef isaan kami?

  12. Qondaalli duraanii Mossad akkaataa Israa'el hogganaa olaanaa Iraan itti basaasaa turte ifa godhe

  13. Qabxiilee 5 dhiibbaa waraanni Iraan jiruu idilee Itoophiyaanotaa irratti qabu

  14. Dhimmi MM Abiy Ministira Dhimma Alaa US Ruubiyoo waliin mari'atan maali?

  15. Raashiyaan waraana Iraanirraa karaa dippilomasii fi diinagdee buufachuu feeti

  16. Hawaasni fi dhaabbileen boba'aa ''qusannaa guddaadhaan'' haa fayyadaman jedhame

  17. Hogganaan Olaanaa Iraan eessa jiru? Maaliif ummatatti hin mul'anne?

  18. Michoonni Iraan Chaayinaa fi Raashiyaan maaliif waraanaan Iraan hin tumsine?

  19. Ijoo