Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaa Iraan buufataalee US irratti raawwatte kasaraa hangamii qaqqabsiise?

  2. Waraanni Iraan hogganaa Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un yaaddessaa?

  3. 'Bakka isaan dhokatan seenna': IS Somaaliyaa keessaa buqqifna

  4. Denmaark yoo US Giriinlaand kan weerartu ta'e dirree xiyyaaraa achi jiru barbadeessuuf karoorfatte

  5. Namoota 200 ol naannoo Somaaleetii baqatanii Moyyaalee qubatan maaltu mudate?

  6. Liinaa Wayyuu: Barattuu qaxalee badhaasawwan sadi injifattee carraa hojiis argatte

  7. Dirooniin bakka angawoonni US jiraatan samii marsite maali?

  8. Baankiin Addunyaa pirojektii Itoophiyaa waliin walqabatee kaampaanota sadi dhorke

  9. Mariin MM Abiy waraana keessa bulchitoota Arabaa waliin godhan maal hima?

  10. Baajatni Peentagon waraana Iraaniif gaafate falmisiisaa ta'e

  11. Sirni mootummaa Iraan miidhamus ammayyuu 'cimaadha'- Tika Ameerikaa

  12. Itoophiyaanonni viizaa Ameerikaa argachuuf hanga dolaara kuma 15 akka qabsiisan gaafatamuuf

  13. Huutiin Yaman waraana Iraan irratti akka hin hirmaanne maaltu danqaa itti ta'e?

  14. Duuti Alii Laarijaanii hoggansaa Iraan keessatti qaawwa akkamii uuma?

  15. Xiyyaaronni imaltootaa yeroo waraanaa of eeggannoo akkamiin balali'uu qabu?

  16. Viidiyoon Benjaamiin Netaanitaahu gadhiisan yeroo xiinxalamu

  17. Alii Laarjaani, hogganaan nageenyaa Iraan Israa'el ajjeese jette eenyu?

  18. Waraana Iraanirraa eenyutu maal barbaada?