Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ulaan Hormuz Iraan ittiin addunyaa doorsiftu maali? Eessatti argama?

  2. Haleellaa Iraaniin hanga yoonaa kan hin miidhamne miseensi NATO, Turkiin, yoo haleelamte maaltu ta'a?

  3. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa waraana Baha Giddugalaatti adeemaa jiruun hangam miidhame?

  4. 'Warra bosonaatu si barbaade' jechuun namichi haadha buddeenaasaa ukkaamse hidhaa cimaan adabame

  5. Ijoo

  6. 'Sararri diimaan hunduu darbameera'-Biyyoota Galoo Galaanaa

  7. MM Abiy waa'ee TPLF fi Ertiraa Afaan Tigriffaan maal dubbatan?

  8. Haleellaa 'hidhattoota Faannoon' Abee Dongorootti lubbuun darbe - Jiraattota

  9. Waraanni Ameerikaa fi Israa'el Iraan Irratti banan kun hanga yoomiitti turuu danda'a?

  10. Sudaan dirooniin Itoophiyaatii ka'e daangaashee seenuu himatte

  11. Xiyyaarota waraanaa Ameerikaa sadan eenyutu haleele ? Akkamitti ?

  12. Hidhattoonni Arsiitti namoota 30 ol akkamiin haala 'suukaneessaan' ajjeesan?

  13. MM Abiy waa'ee haleellaa Iraan Kuweetiifi Kataaritti raawwate maal jedhan?

  14. Biyyoonni Galoo Galaanaa michoota US ta'an daafoo haleellaa Iraaniin goolamaa jiru

  15. Iraan yoo Ulaa Hormuz cufte addunyaarratti dhiibbaa akkami uuma?

  16. Ergamni US-Israa'el Ali Kaamenii ajjeesuu ji'ootaaf karoorfamaa ture akkamiin milkaa'e?

  17. Israa'el Baha Giddu-galeessaa akkamii uumuu barbaaddi?

  18. Waggoota 37'f Iraan kan bulche, Ayaatolaah Ali Kameenii, eenyu ture?