Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Barsiisaan barattoota isaatiin 'prank' godhame balaa irra ga'een lubbuun darbe

  2. 'Waraanichi xumuramuu kan murteessu nuyi malee Ameerikaa miti'- deebii Iraan Ameerikaaf deebifte

  3. Hogganaa Olaanaa Iraan: Waraana, aangoofi qabsoo itti aanu

  4. Buufanni waraanaa Ameerikaa gurguddoon Baha Giddu Galeessaa keessa eessa jiru?

  5. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii saddeet maaliif dubartoota qofan balaliise?

  6. 'Ani akka gargaartuutti, abbaan warraakoo akka shofeeraatti waliin daldallee sooromne'

  7. Kooriyaa hanga Koongoo: Dubartii Oromoo loltoota Ameerikaa du'a oolchite - Aster Ayyaanaa

  8. Pirezidantiin Iraan maaliif dhiifama gaafatan?

  9. Gudunfaa:

  10. Qonnaan bultonniifi daldaltoonni Itoophiyaa buna qaban dafanii gabaaf akka dhiyeessan gaafataman, maaliif?

  11. Tiraamp biyya Iraanitti aantee "ajandaa" isaati jedhamte Kuubaatti maal gochuu danda'a?

  12. WBO'n gabaasa Aministii 'qorannoo kufaa, agarsiistuu loogiiti' jechuun fudhatama dhabsiise

  13. Tarsiimoon Iraan damdamachuu fi sodaatamuu fakkaata - balaas ni qaba

  14. 'Miseensonni WBO dubartoota gabroomfataa, gareenis gudeedaniiru' - Amnastii Intarnaashinaal

  15. Gaggeessaan Olaanaa haaraa Iraan, Mojtaabaa Kameenii, eenyu?

  16. Kaatiriin Pereez: Dubartiin Israa'eel 'basaastummaan hamatamtu' Ayatolaa Kameeniifi qondaalota olaanoo Iraan akkamiin qunnamuu dandeesse?

  17. 'Guyyaan tokko ji'a tokko nutti fakkaata'-Lammiilee Iraan