Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dorgommiin atileetiksii guyyaa tokkoo Finfinnee magaalota ijoo addunyaa 10 keessaa tokko godhe

  2. Iraaniifi Hezboollaa: 'Lubbuu lamaan qaama tokkoo'

  3. Itoorikaa: Sirbi Teedii Afrooo haaraa baasee maaliif falmii kaase?

  4. Hiree fi yaaddoo: Waliigalteen dhukaasa dhaabuu lamaan akkamiin marii US fi Iraan fayyadu?

  5. "Nareebanii dhiiga funyaaniifi afaaniin nabaasanii, viidiyoo nawaraaban" - jiraataa Amboo

  6. Itoophiyaan 'qabeenya waraabessaa' qabdutti maalif hin fayyadamin?

  7. Waraana US-Iraan kanaan itti aanee maaltu ta'u mala? Taateewwan ijoo afur uumamuu malan

  8. MM Abiy humni annisaa maddisiisuu Itoophiyaa MW10,000 qaqqabuu himan

  9. Seera baastonni US tarkaanfii Tiraamp Iraan haleeluu dhorku kuffiisan

  10. Gaazexeessaa Sudaan waggaa sadiif addunyaarraa fo'amee ture bilbillisaa banamnaan ergaan gaddaa lola'eef

  11. Paartileen dubartoota 20% hin qabne akka beekamtii hin arganne kan goote Biyyaa Ashabbir eenyu?

  12. Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu' - MM Abiy

  13. Seenetiin Ameerikaa waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru

  14. 'Namni kaansarii dhukkubsate biyya isaa keessatti, firoota isaa gidduutti yaalamuu qaba' - Leellisee Dhugaa

  15. 'Dhibdee Baha Gidduugalaan namootni miliyoona 30 ta'an hiyyummaatti seenuu malu'

  16. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa