Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gamoowwan Abbaan Jifaar jaarraa tokkoon dura Jimma taa'anii Makkaatti ijaarsisan amma maalirra jiru?

  2. Ameerikaan biyyoota Arabaaf meeshaa waraanaa akkami dhiyeessuuf jirti?

  3. ''Iraan yoo 'adaba hin godhattu' ta'e haleellaa itti deebifna''- Tiraamp

  4. Jarmaniin US loltoota ishee baasuun waan eegamu ture jette, Tiraamp ammas loltoonni akka ba'an ibse

  5. Buufatni xiyyaaraa filatamaa jedhamu kan akkamiiti? Booleen sadarkaa kam irra jira?

  6. Ameerikaan lakkoofsa loltoota Jarmanii qabdu keessaa 5,000 hir'isuufi

  7. Baqataan Itoophiyaa Ameerikaatii ari'ame Kaameroon seene

  8. Waraanni Kaaba Itoophiyaatti yoo ka'e wantoota ijoo shan mudachuu malan

  9. Guduunfaa

  10. Shuulaa Koheen: Basaastuu Israa'el waggootaaf gola icciitii Libaanos onsaa turte

  11. Arsiitti ga'eessa haadha warraatiin qaamni saalaa guutuutti irraa murame deebi'ee hodhameef

  12. Itoophiyaan ajjeechaa lammiileerratti Afrikaa Kibbaatti raawwate balaaleeffatte

  13. IJOO

  14. Birriin dogongoraan herreega baankii nama biraa irratti galchitan siniif deebi'amoo hin deebiyu?

  15. Gabaasi HRW baqattoota Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataniif birmannaa gaafatu maal qabateera?

  16. Jeneraal Taaddeseen "aangoo hin dabarsu taanaan dogoggora ta'a" -TPLF

  17. Leenjisaan Tigist fi Yoomiif injifannoof gahan, Gammadoo Daddafoo eenyu?

  18. Maraammartoo ajjeechaafi yaaliiwwan ajjeechaa siyaasaa US - Amma daangaa darbeera

  19. Kopheen 'baalarra salphatu' atileetonni riikardii addunyaa ittiin cabsan maali?

  20. Dargaggeessi Waayit Haawusitti dhukaasa bane yaalii ajjeechaa Tiraamp irratti raawwachuun himatame